Obboloonni isaa isa gurguran, garuu inni isaaniif araare. #Araarama Obboloonni Yuusuf isa gurguran#IfaSeenaa
Nabi Yuusuf (A.S): boollaa keessaa gara masaraa – Rabbiin waan hundaa danda’a! #NabiYuusuf #BadhaadhinaBoodaRakkoo
Hajar fi Zamzam – seenaa haadha obsa qabu irraa dhalate. #Hajar #Zamzam
Ismaa’iil fi abbaa isaa – ijaarsa Ka’abaa keessatti waliin hojjatan. #Kaabaa #IjaarsaMuqaddasaa
Ilma isaa qaluuf qophaa’e – seenaa obsa fi ajajaaf buluu! #QormaataGuddaa #EidAlAdha
Ibraahiim (A.S): nama tokkummaa Rabbiitiin guutame, waaqa sobaa didee! #NabiIbraahiim #Tawhiid
Rabbiin Aadam araare – Rabbiin araara Isa guddaadha. #AaraaramaRabbi #Tawbaa
Jannata keessa turan, garuu mukaa tokko irraa nyaachuun gara lafaatti bu’an. #JireenyaAadam #BarnootaQur’aanaa
Ibliis sujuuda didee – of-tuuluun badii bara baraa jalqabe! #Sheyxaana #QuraniinNuHaaGorsu
Aadam (A.S) – nama jalqabaa, Rabbiin harka Isaatiin isa uume! Seenaa addunyaa jalqabame. #SeenaaNabiAadam #IslamOromoo
Ergaan Nabi Muhammad saw wanni dhufteef: Rabbii Nabi Ibraahiim Gabbaruu, ilmaan namaa walqixxeessuu, mirga dubartootaa tii fi wal qixxummaa hawa...
Nabi Muhammad saw Makkatti dhalate, Madiinatti du'ee achumatti awwaalame. Magaalaan tun lamaanuu yeroo ammaa biyya Saudi Arabia kheysatti argamti.&nbs...