Aadam (A.S) – nama jalqabaa, Rabbiin harka Isaatiin isa uume! Seenaa addunyaa jalqabame. #SeenaaNabiAadam #IslamOromoo
Jannata keessa turan, garuu mukaa tokko irraa nyaachuun gara lafaatti bu’an. #JireenyaAadam #BarnootaQur’aanaa