Tolina amantii islaamaa
ffaa Utubaalee islaamaa
ffaa Utubaalee iimaanaa Jahan
ffaa Ibaadaa fii hiikkaa isii
ffaa Towhiidad fi qooda isaa
kitaabni kuni barnoota salaataa guutuu nama barsiisa.
Soomana ramadaanaa seera sadarkaa fii naamusa isaa
Sagantaan kun wayee tokkumaa rabbiiti nama barsiisa. Ammas utubaalee islaamaa fii iimaanaa uf keessaa qaba.
Sagantaan kun waayee barnoota qulqullinaa xahaaraa keessatti hubannoo guddaa namaaf kenna.
Sagantaan kun waayee haqa muslimtoonni walirraa qaban jedhu keessatti barnoota gayaa ufkeessaa qaba.
Sagantaan kun waayee miidhaa shirkii jedhu keessatti barnoota gayaa uf keessaa qaba.
sagantaan kun waayee 10n zulhijjaa kan duraarraa dubbata.
sagantaan kun barnootaafii seera iidaa nama hubachiisa.
sagantaan kuni waan guyyaa iidaa qalan udhiyyaa seera isiirraa dubbata.
sagantaan kuni waan haraam tan namni laafise mata duree jedhuun qophaaye. diliilee hojjachuun dhoowwaa taahee namaa ibsa.irraa nama doowwas. kunii kut...
sagantaa kana keessatti waan haraam tahe tan namni laaffisee tu ibsama kuni kutaa 3ffaati barnoota 25 ufkeessaa qaba.
Jamaal Muhammad Ahmed